2,99 €
2,99 €
inkl. MwSt.
Sofort per Download lieferbar
payback
0 °P sammeln
2,99 €
2,99 €
inkl. MwSt.
Sofort per Download lieferbar

Alle Infos zum eBook verschenken
payback
0 °P sammeln
Als Download kaufen
2,99 €
inkl. MwSt.
Sofort per Download lieferbar
payback
0 °P sammeln
Jetzt verschenken
2,99 €
inkl. MwSt.
Sofort per Download lieferbar

Alle Infos zum eBook verschenken
payback
0 °P sammeln
  • Format: ePub

Ergamaan Maatewos Yesuusiin akka Mootii moototaatti waan argeef, Dubbiin Iyyesuus biyya lafaa kana irratti nama hundumaatti akka dubbatame nutti himaa jira. Amma, kiristaanonni addunyaa guutuutti, wangeela bishaanii fi hafuuraa isa nuti babal'isaa jirrutti amanuudhaan lammata dhalatan, dhuguma buddeena jireenyaa soorachuuf hawwii guddaa qabu. Garuu wangeela dhugaa keessatti walitti dhufeenya qabaachuun isaaniif rakkisaadha, sababiin isaas hundi isaanii nu irraa fagaataniiru. Kanaaf, fedhii hafuuraa namoota Yesus Kiristoos, Mootii moototaa kanaa guutuuf, lallabni kitaaba kana keessatti argamu…mehr

  • Geräte: eReader
  • mit Kopierschutz
  • eBook Hilfe
  • Größe: 0.78MB
  • FamilySharing(5)
Produktbeschreibung
Ergamaan Maatewos Yesuusiin akka Mootii moototaatti waan argeef, Dubbiin Iyyesuus biyya lafaa kana irratti nama hundumaatti akka dubbatame nutti himaa jira. Amma, kiristaanonni addunyaa guutuutti, wangeela bishaanii fi hafuuraa isa nuti babal'isaa jirrutti amanuudhaan lammata dhalatan, dhuguma buddeena jireenyaa soorachuuf hawwii guddaa qabu. Garuu wangeela dhugaa keessatti walitti dhufeenya qabaachuun isaaniif rakkisaadha, sababiin isaas hundi isaanii nu irraa fagaataniiru. Kanaaf, fedhii hafuuraa namoota Yesus Kiristoos, Mootii moototaa kanaa guutuuf, lallabni kitaaba kana keessatti argamu akka buddeena jireenyaa haaraatti qophaa'ee guddina hafuuraa isaanii sooruuf. Warri Dubbii Yesuus Kiristoos, Mootii moototaa amanuudhaan dhiifama cubbuu isaanii argatan, amantii isaanii ittisuufi jireenya hafuuraa isaanii itti fufsiisuuf jecha isaa isa qulqulluu nyaachuu akka qaban barreessaan kun ni labsa. Kitaabni kun namoota amantiidhaan saba mootii Mootichaa taatan hundaaf buddeena jireenyaa hafuuraa isa dhugaa ni kenna. Waaqayyo karaa Waldaa fi tajaajiltoota isaatiin buddeena jireenyaa kana isiniif dhiyeessuu itti fufa. Warra bishaanii fi hafuuraan lammata dhalattan, warra Yesuus Kiristoosiin walitti dhufeenya hafuuraa dhugaa nu waliin qabaachuu hawwitan hundumaa keessaniif eebbi Waaqayyoo haa ta'u.


Dieser Download kann aus rechtlichen Gründen nur mit Rechnungsadresse in A, B, CY, CZ, D, DK, EW, E, FIN, F, GR, H, IRL, I, LT, L, LR, M, NL, PL, P, R, S, SLO, SK ausgeliefert werden.